Gaabasa Raawwii hojii bara 2018
Manni Murtii Ol’aanaa Magaalaa Shaggar gabaasa raawwii hojii Bara 2018 Koree Dhaabbii Dhimma Bulchiinsaa fi Seeraa Mana Maree Magaalaa Shaggariif dhiyeessee jira.
Finfinnee Waxabajjii 20 bara 2018
•••//•••
Hojiiwwan bara 2018 keessatti karoorfamanii hojjetaman kallattii Qulqullinaa Dhaqqabamummaa, Si’aayinaa, Bu’a Qabeessummaa tajaajila abbaa seerummaa fi Bilisummaa, Itti Gaafatamummaa, Iftoomina Mana Murtii, abbaa seeraa akkasumas gaarummaa bulchiinsa keessoo cimsuun raawwataman dhiyaatanii mariin irratti gaggeeffameera.
Keessattu Manneen Murtii Magaalaa Shaggar bara kana keessa tajaajila abbaa seerummmaa Kara dijitaala Shaggar E-courtn kennama jiru akkaa biyyaatti fakkeenyummaa guddaa kan argatte ta'u ibsame jira.
Kominiikeeshinii Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Shaggar.
Muuxannoo Wal Jijjiirraa
Itti fayyadama Moosaajii Shaggar E-court irratti Abukaattotaaf hubannoon kenname
Leenjiin Qulqullina Kenninsa Tajaajila Abbaa Seerummaa fooyyessuu irratti fuulleffate Abbootii Seeraa Manneen Murtii Magaalaa Shaggariif kennamuu eegale.
Koreen Bulchiinsaa Mana Murtii Olaanaa Godina Shawaa Lixaa Mana Murtii Olaanaa Magaalaa Shaggar irraa Muuxannoo qooddate.
Waltajjii marii Karooraa fi Sirna walharkaa fuudhiinsa karoora hojii Manneen Murtii Magaalaa Shaggar kan bara 2018